Ayyaanni “Fichee Cambalaalaan” nagaa kabajamee xumuramuun ibsame
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Ayyaanni bara haaraa Ummata Sidaamaa “Fichee Cambalaalan” rakkoo nageenyaa tokko malee kabajamee xumuramuu Biiroon Bulchinsaa fi Nageenyaa naannichaa…