Biiznasii Barana Mallattoon Daldala Bunaa sadii ni kennama-BDO Debela Tadesse Apr 17, 2023 0 Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Naannawaa Bunni bal’inaan Oomishamutti Mallattoo Daldala Bunaa sadii kennuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksise. Biirichi, kanaan dura…
Fayyaa Deeggarsi talaalliin Kooleeraa Doozii miiliyoona 1.9 taasifame Debela Tadesse Apr 17, 2023 0 Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Koreen To’aannoo Dhibee Kooleeraa Idil Addunyaa Ministeera Fayyaaf talaallii dhibee Kooleeraa Doozii miiliyoona 1.9 deeggarsa taasisuun ibsame. Deeggarsi…
Oduu biyya keessaa Mariin jilli faayinaansii Ityoophiyaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbataa Maallaqaa addunyaa waliin… Debela Tadesse Apr 17, 2023 0 Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Jilli Faayinaansii Ityoophiyaa, Baankii Addunyaa fi Dhaabbtaa Maallaqaa Addunyaa waliin torban tokkoof mariin taasisaa ture xumurameera. Ameerikaatti…
Idil Addunyaa Manni Maree Tikaa fi Nageenyaa Gamtaa Afrikaa haala Sudaanirratti marii eegale Debela Tadesse Apr 16, 2023 0 Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)-Manni Maree Tikaa fi Nageenyaa Gamtaa Afrikaa haala yeroo Sudaanirratti Finfinneetti mari’achuu eegaleera. Marichis galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamaa kan…
Oduu biyya keessaa Hordoftoonni Amantaa Kiristiyaanaa biyyaa keenyaa baga nagaan Ayyaana Du’aa Ka’uun isin… Debela Tadesse Apr 16, 2023 0 Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Hordoftoonni Amantii Kiristiyaanaa biyya keenyaa bagaa Ayyaana Du’aa Ka’uu nagaan isin gahee jechuun Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni Ayyaana Faasikaan ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Apr 16, 2023 0 Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)-Ambaasaaddaroonnii fi Embaasiiwwan biyyootaa garaagaraa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan bagaa Ayyaana Faasikaatiin isin gahe jechuun hawwii gaarii qaban…
Oduu biyya keessaa Fuulduratti dameen Turiiziimii diinagdee fi carraa hojii uumamuuf bakka olaanaa qaba-Pir. Shimallis… Debela Tadesse Apr 16, 2023 0 Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Damee tuuriizimii seektara diinagdee fi carraa hojii uumamuuf keessatti bakka olaanaa akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad maaddii qoodan Debela Tadesse Apr 16, 2023 0 Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Faasikaa kabajamaa jira Debela Tadesse Apr 16, 2023 0 Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Hordoftoota Amantii Kiristiyaanaa biratti Ayyaanni Du'aa Ka'uun Yesuus Kiristoos kabajamaa jira. Ayyaanni Du'aa Ka'uu Yesuus Kiristoos, nagaa dhala namaaf…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni gitaa bittaa dijataalaa ittisuurratti hojjechuu qabu-Obbo Solomoon Sookaa Debela Tadesse Apr 13, 2023 0 Finfinnee, Eebla 5, 2015 (FBC)- Guddachaa dhufuu fayyadamtoota dirree dijitalaa hordofee biyyoonni balaa birmadummaa dijitaalaa olaanaa keesatti akka galanii fi balaa kanarraa of ittisuuf…