Oduu biyya keessaa Walmaraatti qamadiin jallisiin misoomaa jiru daawwatame Debela Tadesse Jan 31, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti qamadii jallisiin misoomaa jiru daawwatame. Daawwannaa kanarratti Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantii Naannoo…
Oduu biyya keessaa Adaamaatti sagantaan sosochii “Ityoophiyaan Haa Oomishtuu” gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jan 31, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Sagantaa sosochii "Ityoophiyaan Haa Oomishtuu" Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Saganticharratti Itti Aanaa Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Obbo Eeliyaas…
Oduu biyya keessaa Himatamtuun hojjettuu isheerraan miidhaa geessiste hidhaa fi maallaqaan adabamte Debela Tadesse Jan 31, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Magaalaa Walisootti himatamtuun hojjettuu isheerratti gara jabinaan miidhaa geessiste hidhaa cimaa waggaa 15 fi maallaqaan adabamte. Himatamtuun…
Oduu biyya keessaa Hanqina geejjibaa furuuf jalqabbiin Waldaa Geejjibaa fi Loojistiksii Gadaa fakkeenya-Pir. Shimallis… Debela Tadesse Jan 31, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Hanqina geejjibaa biyyattii mudataa jiru furuuf jalqabbiin Waldaan Geejjibaa fi Loojistiksii Gadaa fakkeenya ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Geejjiba Fe’umsaa Gadaa hojii jalqabsiisan Debela Tadesse Jan 31, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 23,2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan tajaajila Geejjibaa Fe'umsaa Gadaa hojii eegalchiisaniiru. Waldaan Aksiyoona Geejjibaa fi…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoota sababa hongeetiin miidhamaniif miiliyoona 5 oliif deeggarsi taasifamaa jira Debela Tadesse Jan 30, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti namoota sababa hongeetiin miidhamaan miiliyoona 5.2’f deeggarsi taasifamaa jiraachuu Buusaa Gonofaan Oromiyaa beeksise. Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Aganyahu Tashaagar Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 30, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyahu Tashaagar Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Iviigaanii Tarkiihiin waliin waajjiira isaaniitti…
Teeknooloojii Baankichi tajaajila daddabarsa sharafa alaa “EthioDirect” jedhamu ifoomse Debela Tadesse Jan 30, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC)- Baankiin Daldala Itoophiyaa tajaajila daddabarsa sharafa alaa dijitaalawaa “EthioDirect” jedhamu ifoomse. Waltajjicharratti Pireezidaantiin Baankii…
Oduu biyya keessaa Diinagdeen keenya bu’uurarraa cimaa jira-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Jan 30, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC)-Qormaatilee hedduu dura dhaabbachaa utuu jirru, diinagdeen keenya bu’uurarraa cimaa jira jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Gumuruukaa deeggarsa meeshaalee Birri miiliyoona 24.7’tti tilmaamamu taasise Debela Tadesse Jan 29, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Komishiniin Gumurukaa Godina Shawaa Kibba-Lixaatti deeggarsa meeshalee garaagaraa Birrii miiliyoona 24.7’tti tilmaamamu harka qalleeyyiif taasise.…