Oduu biyya keessaa Tiyaatirri “Ilmoo Waaqaa” eebbifame Debela Tadesse Dec 13, 2022 0 Finfinnee, Mudde 4, 2015 (FBC)- Tiyaatirri mata duree "Ilmoo Waaqaa" jedhuun qophaa’e Finfinnee Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti har’a eebbifameera. Tiyaatirichi Sirna Gadaa Oromoo…
Ispoortii Kirooshiyaa fi Arjantiinaan sa’aatii 4:00’tti taphatu Debela Tadesse Dec 13, 2022 0 Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Taphaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun har’a halkan sa’aatii 4:00 irratti Kirooshiyaa fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama.…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa “Daandii Qilleensaa Filatamaa Afrikaa 2022” mo’ate Debela Tadesse Dec 13, 2022 0 Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Barruun “Global Travellers” sagalee imaltoota dubbistootaarraa walitti qabuun badhaasaa kennuun “Daandii Filatamaa Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa kaka’umsa akka uumuu shakkii hinqabu-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Dec 13, 2022 0 Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Milkaa’inni Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa qaroomina quubsuma lafaan walitti araarsuun gaggeessuuf kaka’umsa akka uumuu shakkii hinqabu jechuun Muummeen…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa Artisti Taarikuu Birhaanuu (Baabaa) raawwatame Debela Tadesse Dec 12, 2022 0 Finfinnee, Muddee 3, 2015 (FBC)- Sirni Awwaalchaa Artisti Taarikuu Birhaanuu (Baabaa) Finfinnee Mana Amantaa Sillaasee Kaateediraalitti raawwatameera. Artisti Taarikuun sababaa…
Idil Addunyaa DhMG baalaawwan tasaaf deebii kennuuf hanga ammaatti Doolaara miiliyoona 409 walitti qabuu beeksise Debela Tadesse Dec 12, 2022 0 Finfinnee, Muddee 3, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fandii deebii baalaawwan tasaa fi tilmaamamoof biyyoota saaxilaman deeggarsaan qaqqabuuf hanga ammaatti Doolaara…
Biiznasii Omishaaleen kuma 1 fi 600 ol qaraxaarraa walaba Chaayinaaf akka dhiyaatan ibsame Debela Tadesse Dec 12, 2022 0 Finfinnee, Muddee 3, 2015 (FBC)-Mootummaan Chaayinaa oomishaaleen Ityoophiyaa kumni 1 fi 644 qaraxarraa walaba gabaa isheef akka dhiyaatan ibsu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Ispoortii Kirooshiyaan Biraaziliin Injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte Debela Tadesse Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Kirooshiyaan rukuttaa adda ba'iinsaa 4 fi 2’n Biraaziliin injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte. Tapha Waancaa Addunyaa 22ffa tapha nuusa xumuraa…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli damee nageenya balalii sadarkaa amansiisaarratti akka argamu ibsame Debela Tadesse Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Tajaajilli damee nageenya balalii Ityoophiyaatti kennamaa jiru sadarkaa idil addunyaatti fudhatama kan qabuu fi sadarkaa nageenya balalii amansiisaarraatti…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa miseensota Koree Giddugaleessaa 10 raggaasise Debela Tadesse Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)-Magaalaa hawaasatti gaggeeffamaa kan jiru yaa’iin ariifachiisaa waliigalaa 1ffaa Paartii Badhaadhinaan miseensota koree giddugaleessaa ta’anii akka…