Lammiileen kumni 1 fi 167 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1 fi 167 guyyaa har’aa gara Ityoophiyaatti deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa…