Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 21 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 21 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Lammiilee gara biyyatti deebisuu marsaa sadiin har’a gaggeeffameen…
Idil Addunyaa Turki bakkeewwan 500 ta’an finciltoonni Kurdi ni argamuu jette haleelte Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Turki Iraaqii fi Sooriyaa keessa socho’u kan jettee finciltoota Kurdirratti haleellaa qilleensarraa gaggeessiteen bakkeewwan 500tti dhiyaatan rukutuu…
Fayyaa Sirna fayyaa cimaa ijaaruuf hojmaata qindaawaa barbaachisa-Dooktar Liyaa Taaddasaa Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Balaawwan fayyaa tasaa hawaasaa dandamachuuf sirna fayyaa cimaa ijaaruuf hojmaata qindaawaa barbaachisa jechuun Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa…
Oduu biyya keessaa Afrikaanonni misooma indaastirii fi daldalaaf xiyyeeffannaa kennuu qabu-Obbo Dammaqaa Mokonnin Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Afrikaanonni misooma indaastirii fi daldalaa isaanii cimsuuf xiyyeeffannaa kennuu akka qaban Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti pirojektiin bishaan dhugaatii jiraattota kuma 100 fayyadamtoota taasisu hojjetamaa… Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti pirojektiin bishaan dhugaatii jiraattota kuma 100 fayyadamtoota taasisu Birrii miiliyoona 60’n hojjetamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Dippilomaatotaaf leenjii kennan Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Akkaadaamii Hoggansa Afrikaatti argamuun Dippilomaatotaaf leenjii kennaniiru. Muummeen Ministiraa Imaammataa hariiroo…
Biiznasii Afrikaatti gabaa dijitaala guddisuuf waliigalteen deeggarsaa Doolaara miiliyoona 9.73 mallatteeffame Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Baankiin Misoomaa Afrikaa fi Komishiniin Gamtaa Afrikaa Ardittiitti, gabaa dijitaala guddisuuf boqonnaa jalqabaatiin waliigalteen deeggarsaa Doolaara…
Idil Addunyaa Raashiyaa fi Kuubaan hariiroo waloo cimsuuf waliigalan Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Raashiyaa fi Kuubaan hariiroo waloo cimsuuf waliigalaniiru. Pireezidaantiin Kuubaa Miiguweel Diyaaz-Kaaneel Bermuudeez Raashiyaatti daawwaannaa hojii…
Biiznasii Koorporeeshinichi waliigaltee invastimantii Birrii miiliyoona 500 mallatteesse Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)-Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwan Indaastirii Ityoophiyaa dhaabbata biyyaa keessaa Paaroon Tireediingi jedhamu waliin waliigaltee invastimantii Birrii…
Ispoortii Tapha Waancaa Addunyaa guyyaa 4ffaan taphoonni 4 ni taphatamu Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa sagantaa taphaa Waancaa Addunyaan taphoonni 4 ni taphatamu. Haaluma kanaan ramaddii 3ffaa jalaatti kan argaman Beeljeyemii fi Kanaadaan…