Oduu biyya keessaa Hiriirri mormii magaalota Godina Addaatti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 22, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Hiriirri giddu seentummaa alaa mormuu magaalota Godina Addaa Naannawaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Haaluma kanaan hiriirichi Godinichaa…
Oduu biyya keessaa Hiriirri mormii jiraattotaa Magaalaa Boongaan gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 22, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Jiraattoonni Naannoo Uummattoota Kibbaa Lixaa Ityoophiyaa Godina Kafaa Magaalaa Boongaa dhiibbaa biyyoonni Ityoophiyaarratti taasisaan hirriira ba’uun…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaa Godinaalee garaagaraatti hirirri mormii gaggeeffameera Debela Tadesse Oct 22, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)-Guyyaa har’aa guutuuu biyyattiitti hiriirri mormii giddu seentummaa biyyoota alaa mormuuf gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, Naannoo Oromiyaa magaalota…
Oduu biyya keessaa Hiriirri Mormii giddu seentummaa seena alaa biyyoota Lixaa Finfinneetti gaggeeffameera Debela Tadesse Oct 22, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Mata duree "Ityoophiyaaf nan dhaabbadha sagalee koo nan dhaggeessisa" jedhuun giddu seentummaa seeraan alaa biyyoota Lixaa mormuuf hiriirri mormii…
Oduu biyya keessaa Dhimma keessoo Ityoophiyaa giddu seenuun fudhatama hinqabu jechuun Manni Maree Waloo Paartilee… Debela Tadesse Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Dhimma keessoo Ityoophiyaa gidduu seenuun adeemsa seeran alaa waan ta’eef, fudhatama hinqabu jechuun Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Yakkamaan Haayimaanot Badhaadhaa ajjeese hidhaa cimaa waggaa 25’n adabame Debela Tadesse Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Barattuu digirii 2ffaa Hospitaalaa Xiqur Ambassaa kan turte Haayimaanot Badhaadhaarratti yakka ajjeechaa raawwachuun lubbuun ishee akka darbu kan…
Oduu biyya keessaa Naannolee garaagaraatti hiriirri gidduu seentummaa alaa mormuu borurraa eegalee ni gaggeeffama Debela Tadesse Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Naannolee garaagaraatti hiriirri dhiibbaa fi gidduu seentummaa alaa mormuu boru irraa eegalee ni gaggeeffama. Haaluma kanaan, Naannoo Oromiyaa,…
Oduu biyya keessaa Godina Baalee Bahaatti paampiiwwan 600 waldaaleef raabsame Debela Tadesse Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Waajjirri Misooma Jalliisii fi Horsiisee Bultootaa Godina Baalee Bahaa paampiiwwan mootoraa 600 waldaalee 600f raabseera. Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Poolisii Idil Addunyaa 90ffarratti hirmaatte Debela Tadesse Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Ityoophiyaan yaa’ii waliigalaa Dhaabbta Poolisii Idil Addunyaa (Interpol) 90ffaa Hindi Magaalaa Niwdeelhiitti gaggeeffamerratti hirmaatteetti.…
Oduu biyya keessaa Balaawwaniin lammiilee Naannoo Kibbaa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 320 taasifame Debela Tadesse Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa balaawwan uumamaa fi namtolcheen lammiilee Naannoo Kibbaarraa buqqa’an deebisanii dandamachiisuuf…