Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii xiyyaarota nam-maleeyyii waraanaaf oolan garee qoratu nan erga…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)–Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii waraana Yuukireeniif xiyyaarota nam-maleeyyii faayidaarra oolan garee qoratu nan erga jechuun fudhatama hinqabu…