Oduu biyya keessaa Mojootti boombiiwwan 51 to’ataman Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Magaalaa Mojootti boombiiwwan 51 shakkamtoota afur waliin to’atamuun eerame. Boobichi kan to’atame guyyaa har’a gara barii sa’aatii 11:00 hordoffii…
Idil Addunyaa Chaayinaan muuxannoo misoomaa haaraa qindeessuun guddina eegaltee cimsitee itti fufti- Shii… Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Chaayinaan wixineewwan misoomaa haaraa fi muuxannoo qabdu qindeessuun guddina misoomaa eegaltee cimsitee itti fufti jedhan Pireezidaantiin Chaayinaa…
Ispoortii Morkii kubbaa miilaa waraana fakkaatu tapha Eelkilaasikoo 250ffaa Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Tapha Laaligaa Ispeen torbee 9ffaan Riyaal Maadiridii fi Baarseloonaan ijibbaata kubbaa miilaa Eelkilaasikoon walkeessummeessu. Tapha hawwattummaan…
Oduu biyya keessaa Hirmaattonni yaa’ii Fooramii Xaanaa Paarkii Xaanaatti biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Hirmaattonni yaa’ii Fooramii Xaanaa 10ffaa Paarkii Xaanaa keessa sagantaa biqiltuu dhaabuu gaggeessaniiru. Fooramiin Xaanaa 10ffaan guyyaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa boru kabajama Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Guyyaan Alaabaa biyyaalessaa Wiixataa borii Onkololeessa 7, 2015 sagantaalee garaagaraan akka kabajamuu Manniimaree bakka bu’oota ummataa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen seera baastuu Jimmaatti oomisha ruuzii daawwatan Debela Tadesse Oct 16, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Qaamoleen seera baastuu naannolee fi federaalaa Godinaa Jimmaa Aana Shabeetti oyiruu oomisha ruuziin misoome daawwataniiru. Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti gidaara jigeen lubbuun barataa darbe Debela Tadesse Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti gidaarri (girgiddaa) daree barnootaa jiguun lubbuun barataa tokko darbe. Balaan kun kan mudate mana lamaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Zaadig Ministira Dhimma Alaa Sudaan Kibbaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Waajjira Muummee Ministiraatti, Ministirri Qindeessaa Ijaarsaa Sirna Diimokiraasii Obbo Zaadig Abrahaa Ministira Dhimma Alaa fi Qindeessaa Hariiroo…
Oduu biyya keessaa Oomishaaleen akaakuu 38 yeroof biyya keessa akka hinseenne dhorkaman Debela Tadesse Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Oomishaaleen akaakuu 38 sanadni wabii baankii (LC) banameefii biyya keessa akka hinseenne yeroof dhorkaman. Oomishaaleen kunneen kallattii Koreen…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa baatiiwwan sadan darban Giiggaa Waattii 411 maddisiiseera Debela Tadesse Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Hidhi guddicha Haaromsa Ityoophiyaa baatiiwwan kurmaanaa jalqabaa bara 2015 anniisaa elektirikii sa’aatiitti Giiggaa Waattii 411 maddisiisuu Hoji…