Oduu biyya keessaa Qormaanni barattoota Saayinsii Hawaasaa xumurame Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa marsaa jalqabaa barattoota Saayinsii Hawaasaa kutaa 12ffaa xumuramuu Ministeerri barnootaa beeksise. Ministeerri barnootaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Ruwaandaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ministira Dhimma Alaa Ruwandaa Veensent Biruutaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Kenniinsi qormaataa biyyaalessaa kutaa 12ffaa jijjiirama barnotarratti dhufaa jiruuf… Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Kenniinsi qormaataa biyyaalessaa kutaa 12ffaa jijjiirama barnotarratti dhufaa jiruuf argisistuu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Lubbuun daa’ima wagga afurii waraabessaan ciniinamtee darbe Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Godina Silxee Aanaa Saankuuraatti daa’imni waggaa afurii waraabessaan ciniinamtee lubbuun darbuu Poolisiin Kibbaa beeksise. Godinicha Aanaa…
Oduu biyya keessaa Fichisiistonni Turki Ityoophiyaaf sibiila dhiyeessuufi Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Fichisiistonni sibiilaa Turki, meeshaalee sibiilaa fi sibiilaan walqabatan Ityoophiyaaf akka dhiyeessan waliigalteerraa ga’amuu Dhaabbannii Geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti dubartiin gabaaduun nagaan deesse Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Dheerina seentii meetira 61’n ‘Dubartii gabaabduu Ityoophiyaa’ jedhamuun Galmee Dinqisiisoo Afriikaarratti kan galmooftee Ashaalee Warquu daa’ima…
Oduu biyya keessaa Sarara elektirikii Malkaa Waakkannaa-Roobee deebisuuf hojjetamaa jira-Distiriktii Baalee Roobee Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Humna elektirikii buufata maddisiisaa Malkaa Waakkannaa irraa gara buufata raabsaa elektirikii Roobee geessu deebisuuf carraaqqiin taasifamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Seeronni Ittisa yakka malaanmaltummaa hojiirraa ooluu qabu jedhame Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Seeronni Ittisa yakka malaammaltummaa mootummaan baase hojiirra ooluu akka qaban Koomishiniin Naamusaa fi Farra Malaanmaltummaa Oromiyaa Damee…
Idil Addunyaa Addunyaarratti biyyoonni 54 yeroo hafuura fudhannaa liqii akka barbaachisuun ibsame Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Sadarkaa idil addunyaatti yoo xiqqate biyyoota guddataa jiran 54 dabalatee biyyoota Afrikaa Gammoojjii Sahaaraa gadii 25 hiyyummaa hammaataa keessa…
Oduu biyya keessaa Boordichi sagantaa murtee ummataa ifoomse Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa Naannoo Sabaa fi Sablammoota Kibbaatti kan argaman godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5tti murtee ummataa…