Ispoortii Beellama Arseenaalii fi Tootinaam 205ffaa Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha darbii Arseenaalii fi Tootinaamiin eegala. Kilaboonni Kaaba London lameen kunneen gahumsa bara…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaa eeggatee nagaan xumurameera-Humna Waloo Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Kabaji Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee haala hawwataa ta’een sirnaa fi duudhaa isa eeggatee nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Bu’uura obbolummaa babal’isuun hariiroo Afrikaa cimsuun barbaachisaa ta’uun eerame Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) - Bu’uura obbolummaa babal’isuun hariiroo Afrikaa cimsuun barbaachisaa ta’uu Minister Deetaan Ministeera Maallaqaa Iyyoob Takkaallinyi ibsan.…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee nagaan xumuramuun milkii olaanaadha-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee nagaan kabajamee xumuramuun milkii olaanaadha jedhan Pireezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa,…
Oduu biyya keessaa Irreecha Finfinneerratti sabaa fi sablammoonni hirmaatan Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Sabaa fi sablammoonni naannolee biyyaatti garaagaraarraa dhufan Irreecha Horaa Finfinneerratti hirmaataaniiru. Hirmaattonni kunneen akka jedhanitti,…
Oduu biyya keessaa Embaasiiwwan biyyoota alaa Irreecha ilaalchisuun ergaa dabarsan Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Embaasiiwwan biyyoota alaa teessoon isaanii Finfinnee Ayyaana Irreecha ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Embaasiin Ameerikaa,…
Oduu biyya keessaa Eebba Abbootii Gadaatiin horri erga baname sirni irreeffannaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)-Dursummaa Abbootii Gadaatiin sirni Ayyaana irreeffannaa Irreecha Hora Finfinnee gaggeeffamaa jira. Abbootiin Gadaa akka walduraa duuba hangafummaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Chaad damee aviyeeshiniirratti walta’iisaan hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Chaad damee Aviyeeshinii fi damee geejjiba qilleensaarratti walta’iinsaan hojjechuuf waliigaltee gama lameenii mallatteessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii Irreechaa ilaalchisuun ergaa dabarse Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Hararii argisiistuu tokkummaa, obbolummaa, araaraa fi nageenyaa kan ta’e Ayyaana Irreechaa baga nagaan geessan jechuun ergaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroo invastimantii Ityoophiyaa fi Kooriyaa Kibbaa cimsuuf yaa’iin gaggeeffame Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Hariiroo invastimantii Ityoophiyaa fi Kooriyaa Kibbaa cimsuuf kan kaayyeffatee yaa’iin daldalaa fi invastimantii Kooriyaa Kibbaa Busaanitti…