Jiraattota dhiqaa kalee wal’aanamuuf humna hinqabneef Birriin miiliyoonni 20 ramadame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Bara 2015tti kaffaltiidhaan dhiqaa kalee wal’aanamuu lammiilee hindandeeyeef Birrii miiliyoona 20 ramaduu Bulchiinsi Magaala Finfinnee beeksise.…