Gommaatti sosochiin waldaalee hojii gamtaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti sosochiin waldaalee hojii gamtaa mata duree ''Waldaalee hojii gamtaa furmaata qaala'iinsa gabaaf” jedhun gaggeeffameera.…