Ispoortii Shaampiyansi Liigiin Awurooppaa har’a jalqaba Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Taphni Shaampiyansi Liigii Awurooppaa 2024/25 har’a galgalarraa eegalee gaggeeffamuu jalqaba. Taphichaarratti kilaboonni Awurooppaa 36 kan hirmaatan yoo…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen gadda itti dhaga’ame ibse Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen du’aan boqochuu Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroosiin gadda isaanitti dhaga’ame ibsan. Pireezidaanti Saahilawarqi…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa du’aan boqochuu Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroosiin gadda itti dhaga’ame ibse Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa du’aan boqochuu Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroosiin gadda itti dhaga’ame ibse. Manni marichaa ibsa gaddaa baaseen,…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Bayyanaan hayyuu siyaasa biyyattii tarkaanfachiisuuf amanamummaan ifaajaniidha-Pir.… Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaan hayyuu siyaasa biyyattii tarkaanfachiisuuf amanamummaan ifaajaniidha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…
Oduu biyya keessaa Ce’umsa haqaaf miidiyaaleen gahee isaanii akka bahatan gaafatame Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Ce’umsi haqaa raawwii guutuu akka qabaatuu fi haqa mirkaneessuuf tattaaffii taasifamuuf miidiyaaleen gahee olaanaa bahachuu qabu jedhame. Karoora…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Barnoonni Bara 2017 eegale Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hojiin baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 eegaleera. Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu hanga kutaa 12ffaa keessatti simannaa…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Bayyanaan mallattoo qabsoo siyaasa nagaati-Dooktar Abiy Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaa Pheexioroos mallattoo qabsoo siyaasa nagaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad Pirofeesar…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos du’aan boqotan Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos du’aan Addunyaa kanarraa boqotan. Pirofeesar Bayyanaan du’aan boqochuu ilaalchisuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Sirni Damaraa fi Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaanii eeggatanii akka kabajaman qophiin… Debela Tadesse Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Sirnoonni Damaraa Masqalaa fi Irreechi Hora Finfinnee duudhaa isaa eeggatee nagaan akka kabajamu qophiin taasifamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa…
Teeknooloojii “Akkaawuntiin Saatalaayitii Tuuriizimii” ifoome Debela Tadesse Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Ragaa tuuriizimii qabachuuf kan gargaaru “Akkaawuntiin Saatalaayitii Tuuriizimii” ifoome. Akkaawunticha qopheessuuf waggaa tokkoo fi baatii ja’a kan…