Oduu biyya keessaa Preezdaant Umood Ujuluu waldaalee warqee baasan daawwataan Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu waldaalee warqee baasan daawwataaniiru. Daawwannicharratti preezdaanticha dabalatee…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Ahimad Shiideetiin durfamu misooma qarqara laga Aweetuu daawwate Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideetiin durfamu misooma qarqara laga Aweetuu daawwateera. Daawwannicharratti Obbo Ahimad…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qonnaa arfaasaa fi gannaa bara kanaatin lafa heektaara miiliyoona 6.3 misoomsuuf… Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qonnaa arfaasaa fi gannaa bara kanaatin lafa heektaara miiliyoona 6.3 misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Qonnaa arfaasaa…
Uncategorized Fooramiin filannoowwan invastimantii adda addaarratti xiyyeeffate Hinditti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Fooramiin filannoowwan invastimantii adda addaarratti xiyyeeffate Hinditti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Hinditti Imbaasiin Ityoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Ahimad Shideetiin durfamu fincaa’a Saqqaa daawwate Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideetiin durfamu fincaa'a Saqqaa daawwateera. Daawwannicharratti daayrektarri Olaanaa Abbaa…
Idil Addunyaa Biriitaaniyaan oomishaalee sibiilaa Raashiyaatii galan irra dhorkii keesse Obse Wakgari Apr 2, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Biriitaaniyaan oomishaalee sibiilaa Raashiyaatii galan irra dhorkii kaa’uu ishee beeksisteetti. Dhaabbanni dhiyeessi sibiiloota Landaan (LMI) akka…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Ristuu Yirdaatin durfamu godina Silxeetti projektoota misoomaa daawwatan Obse Wakgari Apr 2, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaatin durfamu godina Silxeetti projektoota misoomaa daawwataniiru. Preezdaanticha dabalatee…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Kitaaba Ajajaa Shantamaa Gaashaayee Xeenaawuun mata duree ‘Ajaja Kaabaa… Obse Wakgari Apr 2, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kitaaba Ajajaa Shantamaa Gaashaayee Xeenaawuun mata duree 'Ajaja Kaabaa ganame' jedhuun barreeffame…
Oduu biyya keessaa Qormaantileen biyya keenya mudatan injifannoo caaluuf nu si’eessu malee kan nu… Obse Wakgari Apr 2, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Itti Aanaan Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii qormaatileen biyya keenya mudatan injifannoo caaluuf nu si'eessu malee kan nu…
Waajabila Faanaa Haadha ijoolleeshee 4 bosona keessatti guddisaa turteef manni jireenyaa laatame Obse Wakgari Apr 2, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Haadha ijoolleeshee 4 bosona keessatti guddisaa turteef manni jireenyaa laatamuufi ibsameera. Haadha kanaaf manni jireenya Birrii kumni dhibbi 4 fi…