Daandiin Qilleensicha Wiixata dhufuurra eegalee gara Laallibalaatti balaalli kan taasisuu ta’uu ibse
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)-Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Wiixata dhufuurra eegalee balaallii kallatti gara Laallibalaatti akka taasisuu ibseera.
Daandiin qilleensicha guyya guyyaan…