Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee Addabaabayii Masqalaatti sosochiin qaamaa gaggeeffame
Finfinnee Fulbaana 2, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa hordofee Magaaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti sosochiin ga'umsa qaamaa gaggeeffameera.…