Manni Maree Naannoo Afaar Baajata dabalataa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 30 raggaasiise
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa'ii Ariifachiisaa 3ffaa gaggeesseen Baajata dabalataa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 30 raggaasiiseera.
Manni…