Ministeerichi Ministeera Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaaf talaallii Covid -19 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa Chaayinaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaaf talaallii Covid -19 Doozii kuma dhibba 2 deeggarsa taasiiseera.…