Aadde Adaanach Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Awustiraaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC) –Itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Awustiraaliyaa Jeenii Daan waliin mari'ataniiru.…