Oduu biyya keessaa Itiyoo Teeleekoomiin hojiilee tola ooltummaa raawwate Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Itiyoo Teeleekoomii ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hojiilee tola ooltummaa raawwataniiru. Hoggantoonnii fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan karoora jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaaf hojiilee qabatamaa hojjetaa jirti-… Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) – Yaa’iin jijjiirama qabeenya Qilleensaa Dargaggoota Afrikaa Finfinneetti taa’amaa jira. Itiyoophiyaan karoora jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaaf…
Idil Addunyaa Joo Baayidan dhibee Kaansarii Gogaa isaan mudateef yaala baqaqsanii yaaluu raawwatan Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Joo Baayidan dhibee Kaansarii Gogaa isaan mudateef yaala baqaqsanii yaaluu raawwatan. Maanguddoon Umrii waggaa 82…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Yaa’ii Faashinaa biyyoota miseensa BRICS irratti hirmaatte Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan Yaa’ii Faashinaa biyyoota miseensa BRICS 2025 Raashiyaa Magaalaa Mooskootti gaggeeffamerratti hirmaatte. Taatowwan Indaastirii Faashinaa…
Idil Addunyaa Walitti hidhamiinsa Daldalaa Ardii cimsuun diinagdee Afrikaa guddisuu Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) - Walitti hidhamiinsa Daldalaa biyyoota Afrikaa gidduu jiru cimsuun diinagdee Afrikaa guddisuun barbaachisaadha jedhan Itti Aantuu dura Teessuun Komishinii…
Oduu biyya keessaa Nageenya waaressuun ergama olaanaa dhaabbilee nageenyaati – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) - Nageenya waaressuun ergama olaanaa dhaabbilee nageenyaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Mariin hoggantoota olaanoo dhaabbilee…
Ispoortii Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ijipti waliin taphata Sifen Megersa Sep 5, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har'a tapha marsaa 7ffaa gulaallii Waancaa Addunyaa gita isaa Ijipti waliin taphata. Biyyootni lamaan…
Oduu biyya keessaa Goobeefi Shinooyyeen, sirnoota boqonnaan dukkana gannaa goolabamee boqonnaan ifa birraa itti… Sifen Megersa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017 (FMC) –Goobeefi Shinooyyeen, sirnoota boqonnaan dukkana gannaa goolabamee boqonnan ifa birraa itti lallabamuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Idil Addunyaa Vilaadmiir Puutiin Pireezidaantiin Yukreen Moskoo akka daawwatan affeeran Sifen Megersa Sep 3, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Rashiyaa Vilaadmiir Puutiin, Pireezidaantiin Yukreen Vooloodmiir Zalaniskiin Moskoo akka daawwatan affeeran. Puutiin daawwannaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii harka qalleeyyiif maaddii qoode Sifen Megersa Sep 3, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Hararii Ayyaana bara haaraa fi Mawuliidaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoode. Lammiilee harka qalleeyyii kuma 1ol…