Ummata humna lafarraa kamiifiyyuu jaalalaan malee humnaan hin jilbiiffanne qabna – Aadde Adaanach
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Ummata humna lafarraa kamiifiyyuu jaalalaan malee humnaan hin jilbiiffanne qabannee qormaata hunda injifannoon ni ceena jedhan Itti aantuun…