Ispoortii Burrundii 3 – 0 Eertiriyaa Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Burrundiin Eertiriyaa 3 fi 0n injifatte. Dorgommii…
Idil Addunyaa Ameerikaan garee shororkeessaa riphaa Alshabaabirratti haleellaa qilleensaa raawwatte Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Ameerikaan garee shororkeessaa riphaa Alshabaabirratti haleellaa qilleensaa raawwachuu ibsameera. Garee Al Shabaab Al Qaayidaa waliin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti haala Raayyaa Ittisaa deeggaruun danda’amurratti mari’atamaa jira Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti haala Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuun danda’amurratti jiraattoota waliin mari’atamaa jira. Marichi mata…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Hawaasaa guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu… Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Hawaasaa guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu sababeeffachuun gammachuu qaban hiriira…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa biyyarra ga’u qolachuuf Raayyaa Ittisaa cinaa ni dhaabbanna – Obbo Dassitaa Leeddaamoo Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuun daangaa Ityoophiyaa ni kabachiifna jedhan Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon.…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa raawwachuun ummata naannoo Tigraayiif deeggarsi namoomaa akka… Sifen Megersa Jul 20, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) –Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa raawwachuun konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe'anii turan gara naannoo Tigraay akka hin seenne taasiisuu…
Oduu biyya keessaa Haleellaa gareen ABUT tokkummaa Ityoophiyaarratti akeekaa jiru waloon qolachuun barbaachisaadha… Sifen Megersa Jul 20, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Haleellaa gareen shororkeessaa ABUT tokkummaa Ityoophiyaarratti akeekaa jiru waloon qolachuun barbaachisaa ta’uu Daayreektarri olaanaan Tajaajila…
Ispoortii Taphni seekaafaa har’a Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti gaggeeffamaa ture sababa roobaan adda cite Sifen Megersa Jul 20, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Taphni biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii har’a Istaadiyeemii Bahaar Daaritti Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti…
Oduu biyya keessaa Dubartoonni magaalaa Finfinnee deeggarsa Raayyaa Ittisaaf taasiisan cimsanii itti fufaniiru Sifen Megersa Jul 20, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Dubartoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisan cimsaanii kan itti fufaan ta’uun himaniiru.…
Idil Addunyaa Kallattii hundaan galma biyya Sooshaalistii ammayyaa ijaaruu ni milkeessina – Preezdaant Shii… Sifen Megersa Jul 20, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Chaayinaan kallattii hundaan galma biyya Sooshaalistii ammayyaa ijaaruu milkeessuuf ni hojjetti jedhan Preezdaantiin Chaayinaa Shii…