Nageenyi magaalaa keenyaa akka hingufanne eegsisuu dandeenye – Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Hagayya 26, 2017(FMC) - Raayyaa nageenyaa uummata keessaa foo’uun nageenyi magaalaa keenyaa gocha kamiinuu akka hingufanne gochuu dandeenyeera jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee…