Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Leeqaan Gullisoo injifate Sifen Megersa Apr 24, 2025 0 Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a waaree booda taphatameen Leeqaan Gullisoo injifachuun sadarkaa isaa fooyyeeffate. Leeqaan galchii 2…
Oduu biyya keessaa Ministirri Maallaqaa Ahimad Shiideen Daayrektera olaana Fandii Misooma Sa’uudi Arabiyaa waliin… Sifen Megersa Apr 24, 2025 0 Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Ministirri Maallaqaa Ahimad Shiidee walga'ii Dhaabbata Maallaqaa Idil Addunyaa cinatti, Daayrektara olaanaa Fandii Misooma Sa'uudi Arabiyaa Sulxaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan inveestimeentiin Chaayinootaaf mijattuu dha jedhame Sifen Megersa Apr 24, 2025 0 Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaan damee inveestimeentiin abbootii qabeenyaa Chaayinaaf mijattuu ta’uu Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xirunaan ibsan. Obbo Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Jalqabbiin mana maree Tiraanisfoormeeshinii Qonna Oromiyaa milkaa’ina agarsiisaa jira –… Sifen Megersa Apr 24, 2025 0 Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Jalqabbiin Mana Maree Tiraanisfoormeeshinii Qonna Oromiyaa milkaa'ina agarsiisaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa iddoolee hawwata Tuurizimii fi hojiilee misoomaa daawwachuuf… Sifen Megersa Apr 24, 2025 0 Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasiifatan iddoolee hawwata Tuurizimii fi hojiilee misoomaa adda addaa daawwachuuf Baalee…
Biiznasii Warshichi baatiwwan jahan darban Simmintoo kuntaala miiliyoona 12 gabaaf dhiyeessuun ibsame Sifen Megersa Apr 24, 2025 0 Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Warshaan Simmintoo Naashinaalii Lammii baatiwwan jahan darban oomisha Simmintoo kuntaala miiliyoona 12 gabaaf dhiyeessuu beeksiseera. Warshaan kun…
Oduu biyya keessaa Aviiyeeshinii cimaan ijaaramuun Daandiin Qilleensaa Itiyoophiya addunyaarratti dorgomaa akka ta’u… Sifen Megersa Apr 24, 2025 0 Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Aviiyeeshinii cimaan ijaaramuun Daandiin Qilleensaa Itiyoophiya addunyaarratti dorgomaa akka ta’u dandeessiseera jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan saglan darban maamiltoonni haaraan kumni 300 fi kumni 56 ol fayyadamoo Tajaajila… Sifen Megersa Apr 24, 2025 0 Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) –Hoggantoonni olaanoon Tajaajila Elektirikaa Itiyoophiyaa raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii gamaaggamaa jiru. Bara baajataan 2017 baatiwwan saglan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Daandii Aspaaltii Ittayyaa – Roobee – Seeruu % 85.4 irra gahe Sifen Megersa Apr 24, 2025 0 Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Ijaarsi Piroojektii Daandii Aspaaltii Ittayyaa – Roobee – Seeruu boqonnaa 1ffaan % 85.4 irra gahuu Bulchiinsi Daandiwwan Itiyoophiyaa beeksiise. Daandichi…
Oduu biyya keessaa Damichi Piroojektoota guguddoo biyyattiif gumaacha olaanaa gumaacheera – Dooktar Alamuu Simee Sifen Megersa Apr 24, 2025 0 Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Dameen Geejjibaa fi Loojistiksii Piroojektoota guguddoo biyyattiif gumaacha olaanaa gumaachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar…