Baatiwwan salgan darban Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoona 5.3 argameera – MDWHN
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Baatiwwan salgan darban Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoona 5.3 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise.…