Biiznasii Shaggaritti Baazaariin torban tokkoof turu gaggeeffamuufi Sifen Megersa Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Baazaariin torban tokkoof turu gaggeeffamuuf ta’uu Itti aanaan Kantiibaa fi Qindeessaan Kilaastera Qonnaa fi Misoomaa…
Ispoortii Mohaammad Saalaah waliigaltee Liiverpuul turuuf isa dandeessisu mallateesse Sifen Megersa Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Jifataan Liivarpuul, lammiin Ijipti Mohaammad Saalaah waggoottan lamaan itti aananiif Liiverpuul turuuf waliigaltee mallateesseera. Bara Faranjootaa 2017…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay hojii eegalan Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ta'uun kan moggaafaman Leetanaal Jeneraal Taaddasaa Waarradaan hojii eegalaniiru. Kaabineen bulchinsa…
Teeknooloojii Itiyoo Teeleekoomiin magaalaa Asallaa fi Baalee Roobeetti tajaajila Neetworkii dhaloota 5ffaa… Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Itiyoo Teeleekoomiin magaalaa Asallaa fi Baalee Roobeetti tajaajila Neetworkii dhaloota 5ffaa fi dhaloota 4ffaa LTE advaansiid jedhaman eegalchiiseera.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti namoonni gurmuun hawaasa saamuun shakkaman to’ataman Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Oppireeshinii qinda'aa gaggeeffameen namoonni gurmuun hawaasa saamuun shakkaman to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.…
Ispoortii Taphoota liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo… Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Taphoota liigii Oromiyaa torbee 12ffaa har’a waaree booda tapahamaniin Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin qixa…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’insa Gandaa cimsuun fayyadamumnaa uummataa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba – Obbo… Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Gurmaa’insa Gandaa cimsuun fayyadamumnaa uummataa mirkaneessuuf gahee olaanaa qabaachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa obbo…
Fayyaa Oomishaalee seeraan alaa Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 38 baasan to’ataman Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Torbee darbe keessa to’annoo fi hordoffii taasifameen oomishaaleen seeraan alaa kuufaman Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 38 baasan to’atamuu Abbaan…
Oduu biyya keessaa Guyyoottan kurnan itti aanaan haalli qilleensaa uumamuu roobaaf sababa ta’u cimee itti fufa Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Guyyoottan kurnan itti aanaan haalli qilleensaa uumamuu roobaaf sababa ta'u cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hojiin ramaddii sadarkaa Hoteelotaa irra deebiin eegalame Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Ministeerri Tuurizimii Oromiyaatti hojii madaallii sadarkaa Hoteelotaa irra deebiin eegalchiiseera. Hojiin madaallii sadarkaa kun bara 2007 as isa jalqabaa…