Waltajjiin Leenjii hoggansa Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa xumurame
Finfinnee, Qaammee 1, 2012 (FBC) –Waltajjiin leenjii hoggansa paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa torbaan tokkoof magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa ture xumurame.…