Oduu biyya keessaa Jimaata dhufu dhaabbiin biqiltuu ni eegala jedhame Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Caamsaa 28, 2012 dhaabbiin biqiltuu waggaa #Ashaaraa magariisa ifatti kan jalqabu ta’uu ibsan. …
Oduu biyya keessaa Appilikeeshiniin tuttuqaa namootaa adda baasuu ifoome Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) -Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa appilikeeshinii bilbilaa moobaayilaa “Daboo” jedhamu kan tuttuuqqii namootaa adda baasu ifoomse. …
Oduu biyya keessaa Qaamooleen nageenyaa naannolee fi federaalaa haala raawwii labsii yeroo ariifachiisaa gamaaggaman Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Qaamooleen nageenyaa naannolee fi federaalaa raawwii qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaa weerara vayrasii koroonaa ittisuuf ba’e gamaaggaman.…
Oduu biyya keessaa Haala yeroorratti ibsa mootummaan naannoo Oromiyaa Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa biyya seeraa fi sirnaan bultu keessatti yaaliin qaxxaamuraan aangoo mootummaa qabachuuf taasifamu milkaa’uu kan hin…
Oduu biyya keessaa Ummanni gaaffii bu’uraa yoo qabaate karaa sirriin yaa dhiyeessu – MNO Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Gareewwan hiriira mormii qindeessaa jiran ummatatti fayyadamuun fedhii aangoo isaanii guuttachuuf warra socho'an ta’uu mootummaan naannoo…
Oduu biyya keessaa Gaaffiilee haqamuu filannoorratti dhiyaate ilaalchisee yaadni Murtee mana mare Federeeshiniif… Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) - Koreen qulqulleessituu dhimmoota heera mootummaa sababa weerara vaayrasii koroonaan haqamuu filannoorratti gaaffiilee hiikkaa heeraratti dhiyaataniif…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaan ijaarsa proojaktii daandii Qaalliittii- Qiiliinxoo daawwatan Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan ijaarsa Proojaktii daandii Qaalliittii - Qiiliinxoo daawwatan. …
Oduu biyya keessaa Magaalichatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 661 ga’e Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoota guyyaa har’aa vaayrasii koroonaan qabamuun isaanii mirkanaa’e 109 keessaa namoonni 105 tuttuqaas ta’ee seenaa imalaa hin…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa biyyaalessaa fi waliin jireenyaaf ciminaa fi obsaan hojjechuu gaafata – MM FDRI… Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) - Tokkummaa biyyaalessaa fi waliin jireenyaaf ciminaa fi obsaan hojjeechuu gaafata jedhan Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Adeemsi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti dabalataan namoota 137 irratti vaayrasiin Koroonaa Argame Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 137 irratti vaayrasiin koroonaa argame. Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa 24 darbe keessatti…