Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti namoonni 766 to’annoo jala oolan Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti namoonni dhorkama labsii yeroo ariifachiisaa weerara vaayrasii konoonaa ittisuuf ba’e darban 766 to’annoo jala oolan. …
Idil Addunyaa Magaalaa Miiniiyaapoolisitti ajjeechaa sukkaneessaa Joorji Flooyid irratti raawwate balaaleffachuun… Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Magaalaa Miiniiyaapoolisitti ajjeechaa sukkaneessaa Joorji Flooyid irratti raawwate balaaleffachuun itti fufe. Ameerikaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa tarminaalaaf wal harkaa fuudhiinsi iddoo gaggeeffame Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Tarminaala konkolaattoota fe’umsaa daangaa ce’aa ijaaruuf wal harkaa fuudhinsi lafa hektaara 9 taasifamuu Ministeerri Geejjiba beeksise. …
Ispoortii Taphoonni Priimiyar Liigii Ingiliiz Waxabajjii 10, 2012 ni eegalamu jedhame Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Taphoonni kubbaa miilaa Priimiyer Liigii Ingiliiz Waxabajjii 10, 2012 akka eegalu murtaa’uu ibsame. Liigichi guyyaa kana tapha Maanchistar…
Fayyaa Finfinneetti weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa yaaddessaarra ga’uun ibsame Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa yaaddessaarra ga’uu Biiiroon Fayyaa magaalichaa beeksise. Magaalichaatti namoonni…
Oduu biyya keessaa Namoota vaayrasiin koroonaa irratti argame 731 keessaa 458 jiraattoota magaalaa Finfinnee ta’uu… Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Namoota vaayrasiin koroonaa irratti argame 731 keessaa 458 jiraattoota magaalaa Finfinnee ta’uu Biiroon Eeggumsa Fayyaa magaalichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Hospitaalli dhukkubsattoota Covid -19 yaaluuf tajaajilu eebbifame Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Hospitaalli dhukkubsattoota covid -19 yaaluuf tajaajilu ‘Finfinnee covid -19 fiild hospitaal’ jedhamu eebbifame. …
Oduu biyya keessaa Sosochiin geejjiba waliigalaa akka daanga’u murtaa’uu ibsame Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Labsii yeroo ariifachiisaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’erratti fooyya’iinsi taasifamuu Abbaan Alangaa Waliigalaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarqi daayreektara olaanaa sagantaa nyaata addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen daayreektara olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Biisliiy waliin mari’atan. Daayreektarichi…
Oduu biyya keessaa Boordiin sakkattoo hojiirra oolamaa labsii yeroo ariifachiisaa magaalaa Sabbataa daawwate Sifen Megersa May 27, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Boordiin sakkattoo hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee ittisa vaayrasii koroonaa magaalaa Sabbataa daawwateera. Hojiin…