Caamsaan 20 guyyaa seenaan Ityoophiyaa itti jijjiirrame keessaa tokko – MM FDRI Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga geessanii injifannoo caamsaa 20 dabarsan.
Dooktar Abiy,Caamsaan 20 guyyaa seenaan…