Oduu biyya keessaa Ibsa raawwii hojii Caffee Oromiyaa Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Af yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo raawwii hojii gurguddoo Caffeen hojjechaa ture ilaalchisee miidiyaaleef ibsa laatan. Aadde…
Idil Addunyaa Sudaanitti awwaalchi jumalaa aanga’oota waraanaa argame Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Sudaan awwaalchi jumalaa aanga’oota waraanaa argamuu beeksiifte. Awwaalchi Jumalaa kun kan aanga’oonni waraanaa biyyattii bara Faranjootaa…
Oduu biyya keessaa Hanga xumura Baatii Waxabajjiitti oomishni kuntaalli miiliyoonni 1.5 walitti qabame Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Hanga xumura Baatii Waxabajjiitti oomisha kuntaala miiliyoona 1.5 walitti qabuu Ejansiin Hojii Gamtaa Federaalaa beeksise. Sababa weerara…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen deeggarsa birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 90 mallattaa’e Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 90 mallatteessan. Waliigaltichi Ministira…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Taanzaaniyaa duraanii Beenjaamiin Mikaappaan boqotan Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Taanzaaniyaa duraanii Beenjaamiin Mikaappaan addunyaa kanarraa du’aan boqotan. Mikaappaan umrii waggaa 81ffaa isaaniitti…
Idil Addunyaa Chaayinaan Qoonsilaan Ameerikaa biyyattiitti argamu akka cufamu ajjajje Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Chaayinaan Qoonsilaan Ameerikaa Kibba Lixa biyyattii magaalaa Cheengiduu keessatti argamu akka cufamu ajaja dabarsite. Torbee darbe…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afaaritti biqiltuu dhaabaan Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Afaaritti biqiltuu dhaabaan. Sirna dhaabbii biqiltuu kanarratti preezdaantii naannoo…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoo dogoggoraa Gibts Hidha Haaromsaarratti dhageessisaa jirtu jijjiirruuf hojiin… Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Odeeffannoo dogoggoraa Gibts Hidha Haaromsaarratti dhageessisaa jirtu jijjiirruuf hojiin diippiloomaasii cimaa ta’e hojjetamuu akka qabu himame.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq guutinsi bishaan hidha haaromsa marsaan duraa xumuramuu isaan ergaa baga… Sifen Megersa Jul 22, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hojiin guutinsa bishaan Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa marsaan duraa xumuramuuisaan ergaa baga gammaddanii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti weerara vaayrasii koroonaa saffisaan dabalaa jiru ittisuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jul 22, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti weerara vaayrasii koroonaa saffisaan dabalaa jiru ittisuuf hojiileen garaagaraa hojjetamaa jiraachuu itti aantuun Preezdaantii…