Namoonni daa’imman gowwomsuun gudeedan 2 hidhaa cimaa dabaman
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Namoonni daa’imman gowwomsuun gudeedan 2 hidhaa cimaa dabaman.
Magaalaa Finfinneetti maanguddoon umrii waggaa 65 daa’imman 2 gowwomsuun gudeede…