Oduu biyya keessaa Manneen balaa ibiddaan gubataniif bakka bu’iinsi kenname Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Baatii afuriin dura manneen balaa ibiddaan gubataniif manneen jireenyaa bifa haaraan ijaarraman bakka bu’iinsan laataman.…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli geejjiba addaan citee ture akka eegalu murtaa’e Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6,2012(FBC) –Naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti tajaajilli geejjiba magaalaa addaan citee ture akka eegalu murtaa’e. Naannoo Oromiyaa fi Amaaraa magaaloota afur…
Oduu biyya keessaa Weerara COVID -19 ittusuuf hojiin hojjetamaa jiru haala gaarirra jira – MM FDRI Abiy Ahimad Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad koree Ministirootaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hundaa’e waliin mari’atan. Muummeen Ministiraa FDRI…
Fayyaa Kiliinikoonni socha’oon dhibee Sombaa qoratan hojiirra oolan Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Kiliinikoonni socha’oon dhibee Sombaa qoratan hojiirra ooluu isaanii ibsame. Ministeerri Fayyaa Kiliinikoota socha’oo ammayyaa qorannoo dhibee…
Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Biilinaa Miiliindaa Geetis Birrii miiliyoona dhibba 2 deeggarsa taasise Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Faawundeeshiniin Biilinaa Miiliindaa Geetis bulchiinsa magaalaa Finfinneef Birrii miiliyoona dhibba 2 arjoomuu itti aanaan Kaantibaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Gabaa fi sirni qalma Ayyaanaa of eeggannoo cimaan raawwatamuu akka qabu ibsame Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Gabaa fi sirni qalma Ayyaana Hiikaa of eeggannoo cimaan raawwatamuu akka qabu ibsame. Ministiroonni Ministeera Fayyaa fi Daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 8 dabalataan argaman Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 8 dabalataan argaman. Lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 82 ga'uu isaanii Ministirri…
Idil Addunyaa Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 15 caale Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) - Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 15 caaluu isaa ibsame. Hanga guyyaa kanaatti namoota akka addunyaatti dhibee…
Oduu biyya keessaa Sochii Vaayrasii Koroonaa ittisuu fi to’achuuf godhamu keessatti dagannaan muul’atu… Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) –Sochii Vaayrasii Koroonaa ittisuu fi to'achuuf godhamu keessatti dagannaan muul'atu dhaabbachuu qaba jedhame. Sadarkaa itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Adeemsa baruu fi barsiisuu adda cite Teeleeviizhiiniin eegaluuf qophiin xumurame Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Adeemsa baruu fi barsiisuu adda cite Teeleeviizhiiniin eegaluuf qophiin xumurame. Biiroon barnootaa magaalaa Finfinnee sababa weerara…