Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa caalbaasii sharafa alaa idilee fi itti fufaa baasuufi
Finfinnee, Bitootessa 22, 2017 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa caalbaasii sharafa alaa idilee fi itti fufaa baasuuf ta'uu beeksiseera.
Torbee lama lamaan caalbaasii sharafa…