Tatamsa’ina Vaayirasii Koroonaa ittisuuf tarkaanfii mootummaan fudhachaa jiru cinaatti ummanni…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Afyaa'iin Caffee Mootummaa naannoo Oromiyaa tatamsa'ina vaayirasii koroonaa ittisuuf tarkaanfii mootummaan fudhachaa jiru cinaatti ummanni of eeguu…