Oromiyaatti bara kana lafti hektaarri kumni 3 fi 300 qamadii jallisii boneetin misoomaa jira
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) – Lafti heektaarri 200 godina Shawaa Kibba Lixaa, aanaa Sadan Sooddootti jallisii boneetin misoomaa jira.
Naannoo Oromiyaatti bara kana lafti hektaarri…