Oduu biyya keessaa Kaffaltoota gibiraa amanamoo ta’an 200f beekkamtiin laatame Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad marsaa 2ffaan kaffaltoota gibiraa federaalaa amanamoo ta’an 200f beekkamtii kennan. Sirna…
Oduu biyya keessaa Baatii lama keessatti ijaarsa hidha haaromsaaf birrii miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 72 walitti… Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Bara baajataa 2013 baatii lama keessatti ijaarsa Hidha Haaromsaaf birrii miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 72 fi kumni dhibbi 3 ol walitti qabamuu…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa kanatti oomishni kuntaalli miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 91 ni eeggama –… Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Bara oomishaa kanatti oomishni kuntaalli miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 91 ol kan eeggamu ta’uu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Noottii Birrii jijjiiruun sosochii Koontiroobaandii hir’isuuf shoora olaanaa qabaachuu ibsame Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Noottii Birrii jijjiiruun sosochii Koontiroobaandii hir’isuuf shoora olaanaa qabaachuu Koomishiniin Guumruukaa beeksise. Noottii Birrii…
Ispoortii Loozaa Abarraa taphattuu cimtuu liigii dubratoota Maaltaa ta’uun badhaafamte Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Waldaan Taphattoota kubbaa miilaa Maaltaa Loozaa Abarraa taphattuu cimtuu liigii dubartoota Maaltaa bara kana jechuun badhaaseera. …
Oduu biyya keessaa Obbo Lidatuu Ayyaaleew yakka meeshaalee waraanaa hin eeyyamamne qabachuun himanni irratti dhiyaate Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Abbaan Alangaa obbo Lidatuu Ayyaaleew yakka meeshaalee waraanaa hin eeyyamamne qabachuun himata irratti dhiyeesse. Abbaan Alangaa…
Idil Addunyaa Naajeeriyaatti labsiin namoota daa’imman gudeedaan kolaasisu ragga’e Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Kaaba Naajeriyaa bulchiinsa Kaaduunaatti labsiin namoota daa’imman gudeedan yaalaan akka kolaafaman taasisu ragga’e. Bulchaan bulchiinsa…
Idil Addunyaa Kaartuumitti Fanjii boba’aan magaalatti barbadeessuu danda’u to’atame Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Fanjii boba’aan magaalaa guddittii Sudaan Kaartuum guutumaan guutuutti barbadeessuu danda’u to’atame. Meeshaalee Fanjii boba’aa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Gargaarsa Idila Addunyaa Ameerikaa balaa lolaa naannoo Afaariitti muudateef deeggarsa… Sifen Megersa Sep 17, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Gargaarsa Idila Addunyaa Ameerikaa ‘USAID’ balaa lolaa naannoo Afaariitti muudateef deeggarsa Doolaara kuma dhibba 6 fi kuma 50…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen 15 fi abbootiin qabeenyaa proojaktii ‘maaddii biyyaaf’ birrii miiliyoona dhibba 2 fi… Sifen Megersa Sep 15, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Dhaabbileen sadarkaa federaalaa 15 fi abbootiin qabeenyaa proojaktii ‘maaddii biyyaaf’ birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 55n Kuuppoonii irbaataa…