Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa bara haaraa dabarsan Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan Ayyaana bara haaraa 2013 sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru. Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Gumiin Gaayyoo seeroota lallabachuun xumurame Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Gumiin Gaayoo yaa'isaa gosaa fi miiloo xummurachuun Seerota ba'an Gumii Walii galaaf dhiyeesseera. Gumichi seerawwan duraan turan cimsuun,…
Oduu biyya keessaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi… Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun harka qalleeyyiif 648f deeggarsi taasifameera. Bulchinsa magaalaa Laga Xaafoo…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’an Hidha Haaromsaa daawwatan Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’an Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa daawwataniiru. Ambaasaaddaroonnii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalataa 208 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 208vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Idil Addunyaa Kaampii baqqattootaa Griikirra balaan ibiddaa qaqqabe Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Kaampiin baqattootaa guddichi biyya Griik Mooyraa jedhamu balaa ibiddaan barabadaa’uu ibsame. Kaampiin Mooyraa baqattoonni wal dhiphisanii…
Oduu biyya keessaa Bara haaraa sababeeffachuun Sirreeffamtoota 551f dhiifamn godhame Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Bara haaraa 2013 sababeeffachuun sirreeffamtootaa, federaalaa, naannoolee fi manneen sirreesaa ittisa waraanaa keessatti argaman 551f dhiifamni…
Oduu biyya keessaa Hojiileen damee utubaalee jijjiirramaa cimsuu hojjetamaa jiru – MM Dooktar Abiy Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala yeroo dhimmoota biyyaaleessaa ilaalchisee gaaffii dhiyaateef deebii laataniiru. Hariiroon…
Ispoortii Taphoota liigii biyyoota Awrooppaa eda galgalaan Faransaayii fi Beeljiyeem markattoota isaanii… Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Taphoota liigii biyyoota Awrooppaa sagal eda galgala taphatamaniin Faransaayii fi Beeljiyeem milkaa’aniiru. Taphoota neeshin liigii Awrooppaa eda galgala…
Oduu biyya keessaa Proojaktoota ummata naannoo Oromiyaa fayyadamoo taasisaan hojjachuuf qophii ga’aan taasifame – obbo… Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Bara 2013tti proojaktoota ummata naannoo Oromiyaa fayyadamoo taasisaan hojjachuuf qophii ga’aan taasifamuu sadarkaa itti aanaa preezdantiitti Qindeessaan…