Tapha moo’atani darbuu liigii Awrooppaan Maanchiistar Yuunaaytiid marsaa itti aanuutti darbe
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)- Kaleesaa galgala tapha mo’atani darbuu liigii Awrooppaan Maanichistaar Yunaayitid garee Bruujin moo’achuun marsaa itti aanuutti darbee jira.…