Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti qamadiin jallisiin oomishamaa jira Sifen Megersa Feb 15, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Godinaalee Oromiyaatti qamadiin jallisiin oomishamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa Oromiyaa beeksise. Akka ragaan…
Oduu biyya keessaa Karoora barmaatilee miidhaa geessisan ittisuuf qophaa’e beeksisuun eegalame Sifen Megersa Feb 15, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Karoora barmaatilee miidhaa dubartootarra ga’u ittisuuf qophaa’e naannoo Oromiyaatti beeksisuun eegalame. Karoora umrii malee…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa Ajaja Bahaatti kabajame Sifen Megersa Feb 15, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 7,2012 (FBC) – Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa Ajaja Bahaatti kabajame. Ajajni Bahaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa guyyaa Raayyaa ittisa…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad qophii agarsiisa ‘Ekspo’ 2020 Dubaay daawwatan Sifen Megersa Feb 15, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) -Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qophii agarsiisa ‘Ekspo’ 2020’Dubaay daawwatan. Agarsiisichi Onkolooleessa 20 bara 2020 kan…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Mootummaa waloo hundeef haala mijeessaa jiraachuu ibsan. Sifen Megersa Feb 15, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Mootummaa waloo hundeef haala mijeessaa jiraachuu ibsan. Saalvaa Kiir ibsa har’a laataniin,…
Idil Addunyaa Afrikaatti dhukkubsataan Vaayrasii Koroonaa jalqabaa Gibtsitti argame Sifen Megersa Feb 15, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Afrikaatti dhukkubsataan jalqabaa Vaayrasii Koroonaa Gibtsitti argamuu isaa mirkanaa’e. Gibtsitti namoota dhibichaan shakkaman keessaa namni tokko…
Fayyaa Hanga guyyaa har’aatti Afrikaa keessatti namni Vaayrasii Koroonaan qabame tokkollee hin jiru jedhame Sifen Megersa Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) –Afrikaa keessatti hanga Gurraandhala 6, 2012tti namni Vaayrasii Koroonaan qabame tokkollee kan hin jirre ta’uu gamtaa Afrikaatti daayreektarri ittisaa…
Oduu biyya keessaa Namoonni meeshaalee waranaa seeraan alaa daddabarsan too’ataman Sifen Megersa Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) –Godina Iluu Abbaa Booraa aanaa Yaayyootti namoonni meeshaalee waranaa seeraan alaa daddabarsan sadi too’ataman. Qaamooleen kunneen naannoo…
Oduu biyya keessaa Mariin qophii wixinee sanada waliigatee hidha haaroomsaarratti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee… Sifen Megersa Feb 14, 2020 0 Finfinnee,Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Mariin qophii wixinee sanada waliigatee haalaa guutinsaa fi gadi lakkifama bishaan hidha haaroomsaa ilaalchisee Waashingitan DCtti gaggeeffamaa ture…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee godhatan biyyoota garaagaraa waliin… Sifen Megersa Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Reedwaan Huseen, ambaasaaddaroota biyyoota gara garaa teessoo isaanii Finfinnee godhatan…