Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun gita isaanii Keeniyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw Ministira Dhimma Alaaa Keeniyaa Ambaasaaddar Riicheel Awur Oomaammoo waliin…
Waajabila Faanaa Qorattoonni Chaayinaa daawaa Vaayirasii Koroonaa ittisuu danda’u lama argachuu ifoomsaan Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Qorattoonni Chaayinaa daawaa Vaayirasii Koroonaa ittisuurratti bu’aa qabeessa ta’e haaraa lama argachuu ifoomsaaniiru. Qorichoota…
Oduu biyya keessaa Hind Hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf kan hojjetu ta’uu ibsame Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Hind Hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf kan hojjetu ta’uu ibsame. Ministir deettaan Ministeer Dhimma Alaa FDRI aadde Hiruut Zammanaan,…
Oduu biyya keessaa Daandichi meeshaalee suphaa xiyyaaraa hojjechuuf waliigaltee waggoota 15 mallatteesse Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa hojiilee suphaa xiyyaaraa hojjechuuf Garee Invastimantii Saanaad waliin waliigaltee waggoota 15 mallatteessera.…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii aspaaltii Aysaayitaa-Afamboo- daangaa Jibuutii eegalame Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Ijaarsi daandii aspaaltii Aysaayitaa-Afamboo- daangaa Jibuutii eegalamuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa beeksise. Daandiin Aspaaltii kun…
Oduu biyya keessaa Qajeelfamni saffisa konkolaattotaa daangessu hojiirra oolufi Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Qajeelfama saffisa konkolaattotaa daangessu hojiirra oolchaa akka jiru Abbaan Taayitaa Geejibaa Federaalaa beeksise. Saffisa konkolaattootaa daangessuuf…
Oduu biyya keessaa Balaa konkolaataa ga’een lubbuun namoota 5 darbe Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Balaa konkolaataa Buunoo Baddallee aanaa Dhidheessaa fi Baale Dalloo Mannaatti ga’een lubbuun namoota 5 darbe. Kaleessa galgala godina Buunnoo…
Oduu biyya keessaa Dirree Daawaatti hoomaan waraabeeyyii sodaachisaa ta’aa jira Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Magaalaa Dirree Daawaa naannoo ganda Rooqaatti hoomaan waraabeeyyii miidhaa geessisaa jiraachuun ibsame. Hoomaan kun daa’immaa umurii waggaa 3 lubbuu…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 17.6 olitti tilmaammamu to’atame Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 17 fi kuma dhibba 6 fi kuma 84 olitti tilmaammamu to’atame. Guyyaa kaleessaa meeshaaleen…
Ispoortii Leenjisaan garee kubbaa miilaa magaalaa Dirree Daawaa gaggeeffaman Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26 2012 (FBC) - Priimiyar liigii Ityoophiyaan sadarkaa dhumaa irratti kan argamu gareen kubbaa miilaa Dirree Daawaa leenjisaa isaa Simi’oon Abbay gaggeesseera. Bakka…