Manni maree naannoo hararii baajata bara hojii 2013 Birrii biiliyoona 2.5 ol raggaase
Finfinnee, Hagayya 13, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Hararii yaa'ii idilee 2ffaa, marsaa 5ffaa, bara 5ffaasaa gaggeessaa jiruun baajata bara 2013 Birrii biiliyoona 2.5 ol…