Ispoortii Wiiliyaan waliigaltee waggaa 3n garee Arsenaalitti makame Sifen Megersa Aug 14, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Lammiin Braaziil taphatan sarara cinaa Wiiliyaan garee kubbaa miilaa Arsenaalitti makamu ibsame. Wiiliyaan jijjiirraa bilisaan…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Tigraay sirreeffamtootaa kuma 1 fi 568 dhiifama godhe Sifen Megersa Aug 14, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Tigraay sirreeffamtoota kuma 1 fi 568f dhiifama taasisuu Biiroon Bulchiinsa fi Nageenyaa naannichaa beeksise. Mootummaan…
Biiznasii Bara 2013tti Indaastiriiwwaan xixiqqaa fi giddugaleessaf birrii biiliyoonni 3 ol liqeessuuf… Sifen Megersa Aug 14, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) - Bara 2013tti Indaastiriiwwan xixiqqaa fi giddugaleessaf liiqaa Birrii Biiliyoona 3 ol liqeessuuf karoorfachuu Abbaan Taayitaa Babal’ina Indaastirii…
Idil Addunyaa Biyyoonni Afrikaa 7 qorannoo dandeetti ittisa qaamaa vaayarsii koroonaa eegaluufi Sifen Megersa Aug 14, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) - Biyyoonni Afrikaa 7 qorannoo dandeetti ittisa qaamaa vaayarsii koroonaa eegaluuf akka ta’e himame. Qorannoon dandeettii ittisa qaamaa…
Idil Addunyaa Oomishaalee nyaataa biyyoota biroo gara Chaayinaa galanirrtti vaayrasiin koroonaa muul’ate Sifen Megersa Aug 14, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Magaaloota Chaayinaa lama keessatti oomishaalee nyaataa saamsamanii alaa galanirratti vaayrasiin koroonaa muul’achuu aanga’oonni naannichaa beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Sirna Gadaa barnoota idilee keessatti laachuuf hojjetamaa jira -BATO Sifen Megersa Aug 14, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) –Sirna Gadaa barnoota idilee keessatti laachuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa beeksise. Haala sirna Gadaa barnoota…
Ispoortii Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoons liigii Awrooppaan RB Laaypiziig, Atleetikoo Maadriid injifate Sifen Megersa Aug 14, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoons liigii Awrooppaa eda galgala taphatameen RB Laaypiziig Atleetikoo Maadriid 2-1injifachuun walakkaa xumuraaf darbuu…
Idil Addunyaa Kaamaalaa Haariis Ameerikaan alatti waan dhalatteef filannoo Ameerikaaf dorgomuu hin dandeessu… Sifen Megersa Aug 14, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameeriikaa Doonaald Traamp, Kaamaalaa Haariis Ameerikaan alatti waan dhalatteef filannoo Ameerikaaf dorgomuu hin dandeessu jedhan.…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 21 caale Sifen Megersa Aug 14, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 21 caale. Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy jiraattoota biyya ijaaruuf halkanii guyyaa dhama’an galateeffatan Sifen Megersa Aug 14, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jiraattoota biyya ijaaruuf halkanii guyyaa dhama’an galateeffatan. Dooktar Abiy Ahimad…