Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1086 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 16 darbeera
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa 1086 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 16 darbu Ministeerri…