Oduu biyya keessaa Tarsiimoon geejjiba motora maleessa Ityoophiyaa ifoome Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Tarsiimoo geejjiba motora maleessa Ityoophiyaa Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Moogas ifoomsaniiru. Tarsiimoon kun…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa magaariisaa keessatti hawaasni qooda isaa ba’uu qaba -KENBJQ Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa magaariisaa keessatti hawaasni qooda isaa ba’uu akka qabu Koomishiniin Eeggumsa Naannoo, Bosonaa fi Jijjiirrama Qabeenya Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Dhimmoota Tarsiimawaa hojiilee raawwatee fi karoora isaa Ministeera nageenyaaf dhiyeesse Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Dhimmoota Tarsiimawaa hojiilee raawwatee fi karoora isaa Ministeera nageenyaaf dhiyeesse. Itti gaafatamaan dhaabbata dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangaa Waliigaa buufataalee poolisii haaroomsuu fi haaraa ijaaruuf kan oolu Birrii… Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigaa buufataalee poolisii haaroomsuu fi haaraa ijaaruuf kan oolu Birrii miiliyoona 20 deeggarasa taasise. Walii galteen…
Oduu biyya keessaa Xaaliyaaniin daangaa ishee banaa taasifte Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Xaaliyaaniin daangawwan ishee sababa weerara vaayrasii koroonaan cuftee turte baanuu beeksifte. Namoonni biyyoota garaagarraa gara…
Oduu biyya keessaa Jimaata dhufu dhaabbiin biqiltuu ni eegala jedhame Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Caamsaa 28, 2012 dhaabbiin biqiltuu waggaa #Ashaaraa magariisa ifatti kan jalqabu ta’uu ibsan. …
Oduu biyya keessaa Appilikeeshiniin tuttuqaa namootaa adda baasuu ifoome Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) -Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa appilikeeshinii bilbilaa moobaayilaa “Daboo” jedhamu kan tuttuuqqii namootaa adda baasu ifoomse. …
Oduu biyya keessaa Qaamooleen nageenyaa naannolee fi federaalaa haala raawwii labsii yeroo ariifachiisaa gamaaggaman Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Qaamooleen nageenyaa naannolee fi federaalaa raawwii qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaa weerara vayrasii koroonaa ittisuuf ba’e gamaaggaman.…
Oduu biyya keessaa Haala yeroorratti ibsa mootummaan naannoo Oromiyaa Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa biyya seeraa fi sirnaan bultu keessatti yaaliin qaxxaamuraan aangoo mootummaa qabachuuf taasifamu milkaa’uu kan hin…
Oduu biyya keessaa Ummanni gaaffii bu’uraa yoo qabaate karaa sirriin yaa dhiyeessu – MNO Sifen Megersa Jun 3, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Gareewwan hiriira mormii qindeessaa jiran ummatatti fayyadamuun fedhii aangoo isaanii guuttachuuf warra socho'an ta’uu mootummaan naannoo…