Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad Doonaald Traamp waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traamp waliin bilbilaan mari’ataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Idil Addunyaa Obboleeyyan lakkuun Vaayrasii koronaan garaagarummaa guyyoota sadiin lubbuun darban Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Obboleeyyan lakkuun Vaayrasii koronaan garaagarummaa guyyoota sadiin hospitaala tokko keessatti lubbuun darbuu isaanii himame. Lammiilee…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa namoota harka qalleeyyiif sagantaa nyaataa eegale Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa namoota harka qalleeyyiif sagantaa nyaataa eegaluu isaa beeksise. Sagantaan nyaataa kun guyyaatti yeroo tokko…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonarratti qorannoo kan gaggeessu koreen addaa qorannoo fi sakkattoo hundaa’e Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Koreen addaa qorannoo fi sakattoo biyyaalessaa Vaayrasii koroonarratti qorannoo gaggeessu hundaa’uu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo…
Oduu biyya keessaa Weerarri vaayrasii koroonaa akka hin babal’anne tattaaffii godhamutti dagannaan gufuu ta’uu hin qabu… Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa biyyaattii akka hin babal’anne tattaaffii godhamutti dagannaan gufuu ta’uu hin qabu jedhan Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Daddabarsii fi gurgurtaan meeshaalee waraanaa seeraan alaa dhaabbachuu qaba – aadde Adaanachi… Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) - Miidhaan daddabarsii fi gurgurtaan meedhaalee waraanaa seeraan alaa nama dhuunfa hanga biyyaatti qaqqabsiisaa jiru dhaabbachuu akka qabu Haati…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyii warshaa daabboo shaggariif leenjiin ‘online’ kenname bu’aa qabeessa ture jedhame Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Yeroo dhiyootti hojii kan eegalu ogeeyyii warshaa daabboo Shaggariif leenjiin ‘online’ kennamaa ture bu’aa qabeessa ta’uu Injiinar Taakkalaan ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota 5 irratti argame Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) - Qorannaa laabraatoorii sa’aatii 24 darbe keessatti namoota kuma 1 fi 19 taasifameen namoota 5 irratti dabalataan vaayrasichi argamuu isaa Ministirri…
Oduu biyya keessaa Weerarri Vaaayraasii koroonaa diinagdee Ityoophiyaa haalaan miidhuu danda’a jedhame Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Weerarri Vaaayraasii koroonaa diinagdee Ityoophiyaa haalaan miidhuu akka danda’u Waldaan Ogeeyyii Diinagdee Itoophiyaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti paampiiwwan bishaanii 2,160 waldaaledhaaf dabarfaman Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti paampiiwwan bishaanii 2,160 waldaaledhaaf dabarfaman. Paampiiwwan jallisii 2,160 kanneen bakka preezdaantiin mootummaa naannoo…