Ispoortii Tootanhaam shaampiyoons liigii Awrooppaa ala ta’e Sifen Megersa Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) – Tapha mo’anii darbuu shaampiyoons liigii Awrooppaa marsaa 2ffaa eda galgala gaggeeffameen Tootanhaam mo’atame. Eda galgala sa’aatii 5:00 eegalee…
Idil Addunyaa Haatii fi daa’imni umrii waggaa 10 gamoon irratti jigee ture sa’aatii 52 booda lubbuun argaman Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Chaayinaatti haatii fi daa’imni umrii waggaa 10 gamoon irratti jige sa’aatii 52 booda lubbuun argamuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen, xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota shanii of harkaan… Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Ambaasaaddaroonni xalayaa muudamaa isaanii preezdaant Saahilawarq harkaan ga'an, ambaasaaddara Sriilaankaa, Aljeeriyaa, Vaatikaan, Uraagwaayii fi Kooriyaa Kaabaati. Preezdaant Saahilawarq…
Idil Addunyaa Ministirri Ministeera Aadaa Faransaay vaayrasii koroonaan qabame Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Aadaa Faransaay Firaank Riistar vaayrasii koroonaan qabamuun ibsameera. Ministirichi vaayrasichaan qabamuu qorannoo taasiseen…
Ispoortii Taphoonni mo’anii darbuu shaampiyoons liigii Awrooppaa marsaa 2ffaan har’aa fi booru ni taphatama Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1,2012 (FBC) - Taphoonni mo’anii darbuu shaampiyoons liigii Awrooppaa marsaa 2ffaan har’aa fi booru ni taphatama. Galgala har’aa sa’aatii 5:00 eegalee Tootanhaam…
Idil Addunyaa Xaaliyaan sababa koroonaatin lammiileen biyyattii qa’ee isaanitiin ala sochii kamuu akka hin… Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitoottessa 1, 2012 (FBC) - Xaaliyaan sababa koroonaatin lammiileen miiliyoonni 60 qa’ee isaanii ala sochii kamuu akka hin taasifne labsii yeroo ariifachiisaan dhoorkite.…
Oduu biyya keessaa Sirna bulchiinsa geejibaa qindaa’aa hojiirra oolchuuf waliigalteen mallattaa’e Sifen Megersa Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Abbaan Taaytaa Geejibaa Federaalaa fi Inistiitiyuutiin Teeknooloojii fi Innooveeshinii waliigaltee sirna bulchiinsa geejibaa qindaa'aa mallatteessan.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan balaaleffatan Sifen Megersa Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook irratti aggaammame balaaleffatan.…
Idil Addunyaa IGAD yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan balaaleffate Sifen Megersa Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa(IGAD) yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook irratti aggaammame balaaleffate. Barreessaa…
Teeknooloojii Jilli deeggartoota barnootaa idila addunyaa Finfinnee gale Sifen Megersa Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Jilli deeggartoota barnootaa idila addunyaa daawwaannaa hojii guyyoota sadiif har’a Finfinnee galeera. Ministirri Ministeera Barnoota…