Trast Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa proojaktoota maallaqaan deeggaraman 5 ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Trast Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa proojaktoota maallaqaan akka deeggaraman marsaa dhumaaf 22 dhiyaatan 22 keessaa proojaktoota 5 ifoomseera.…