Biiznasii Sirna faaynaasii hammataa babal’isuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan sirna faaynaansii hammataa babal’isuun dhaabbilee intarpiraayizii, giddugaleessaa fi xixiqqaa deeggaruun xiyyeeffannoon hojjetaa jirti…
Biiznasii Ministeerichi baatii 6tti galii Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 27 ol walitti qabuu… Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii FDRI baatiiwwan 6 darbanitti galii Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 27.5 walitti qabuu beeksise. Ministeerich…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa booru eegaleet gaggeessa Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 7ffaasaa booruu eegalee guyyoota sadiif kan gaggeessu ta’a. Yaa’ichi gabaasa raawwii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Kuweet waliigaltee hojii walii mallatteessuuf mari’achaa jiru Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Kuweet marii waliigaltee hojjetaa walii mallatteessuu isaan dandeessisu mallatteessan. Jilli diippiiloomaasii imbaasii Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Jirraan ispoortii dhaabbachuu akka qabu ibsame Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Taphni jirraa maqaa ispoortitiin (Betting) eegalame qumaaratti geeddaramaa jiraachuu isaatin dhaabbachuu akka qabu ibsame. Dargaggoota rakkoo…
Fayyaa Maddi Vaayirasii Kooroonaa Bofa ta’uu danda’a jedhame Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Maddi Vaayirasii Kooroonaa gosa Bofaa ‘Kireet’ fi ‘Koobraa’ jedhaman ta’uu akka danda’u ibsame. Maddi vaayirasii haaraa qaama hargansuu namaa miidhuun…
Ispoortii Ityoophiyaan tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Kuwaataariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte Sifen Megersa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Gareen Biyyaaleessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa bara Faranjootaa 2022 Kuwaatariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte. Ramaddii…
Oduu biyya keessaa Kaffaltii daandiiwwanii irraa galii Birrii miilliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 92 walitti qabame Sifen Megersa Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Interpiraayiziin kaffaltii daandiiwwanii Ityoophiyaa walakkeessa waggaa jalqabaa bara 2012tti galii Birrii miilliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 92 walitti…
Oduu biyya keessaa Bara kana sararri ifaa daandii cinaa kumni 4 ol suphamuun tajaajilaaf oolaan Sifen Megersa Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Bara kana sararrawwan ifaa daandiii cinaa kuma 4 ol suphuun tajaajilaaf oolchuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii magaalaa Finfinnee beeksise .…
Biiznasii Baankiin Daldala Ityoophiyaa baatiwwan 6n darbanitti galii Birrii biiliyoona 31.8 walitti qabuu… Sifen Megersa Jan 22, 2020 0 Finfinnee, Amajji 13, 2012(FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa baatiwwan 6n darbanitti galii Birrii biiliyoona 31.8 walitti qabuu beeksiseera. Baankichi raawwii hojii baatii 6 gamaaggamaa…